Amantii Waaqeffannaa keessatti AKKA dadhabina tokkotti kan fudhatamaa turee fi Jiru Amantiin Waaqeffannaa AKKA amantilee biroo bareffama mataa isaa dhabuu isaatti. Nuttis gaaffi dhaloota keenya darbanii fi kan aammaaf deebi qubsaa ni ta'a jeene kan ITTI abdanee appalicationi Amantii Waaqeffannaa hojanee jira.
Appalicationin Kunis wantoota Armaan gadii của keesaa qaba.
1. Maalumaa amantii Waaqeffannaa
2. Ilaalcha waaqeffannaa Amanti
3. Waaqeffannaa ganamaa
4. Qabxilee Amanti Waaqeffannaa20n dabalatta.
5. Mô tả Waaqeffannaa bằng tiếng Anh