Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta là một loài cá jea cal jedhee namatti hin moggaasu. "Foolii gaarii mannaa, maqaa gaarii wayya jedhe arjaan" akkuma jedhan Maqaan hunduu hiikaa fi waan ibsu qaba. Yeroo ammaa kanatti, oromoon maqaa hiika cimaa qabuufi miidhagaa ta là ijoolleesaaf baasaa jira. Kun immoo guddina Afaan Oromootiif gahee ammana hin jedhamne qaba. Dabalataanimmoo ijoolleen maalummaa isaanii sirritti hubachaa adeemu. Kana booda afaan ormaatiin: baqqalaa, birhaanuu, tsahaay, kabbadaa… jechuun hafee Eebbisaa, Murteessaa, Iftuu, Faayaa, Aagaa, Kanaa'ol, Falmattuu… kan jedhan moggaafamuu qabu. Sababnisaa maqaawwan ormaa dhaloota qubee wojjiin kan deeman miti! Maqaan kee keeti, kan ormaa kan ormaati waan ta’eef keen booni ..! Barri maqaa ufiitti qaana'an darbeera waan ta’eef.
-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta là akka filataniif qarqaara. - (tiếng Việt) Kana nam giới Applikeeshiniin kun haala salphaa ta là banamee kan itti fayyadamuun danda'amuudha.
Chi tiết liên lạc
Email: fuadmoh9@gmail.com
Điện thoại: +251962055934
-UI Improved
-bugs fixed