Aqiidaa Ahlasunnaa Waljamaa'aa Kitaabaa muslimnii tokko aqiidaa innii của kessattii qabachuu qabuu Barsiisu. Hundumtuu kan ahlasunnaa jedhamu aqiidaan isaa dhugaa dha? aqidaa sirriin isaa kamii? kkf ibsaa gahaa của kessaa qaba du'aaii kessaniin nuun irraanfattina.