"Namoonni baay'een ani beeku jayenyi maatii isaanii sekaba xireqqoodhaan dia Rabbii iratti ijaarame ta'uu dhabuudha. Fakkeenyaaf Akka Sheekhni tokko jedhanitti shari'aan fira hin taane fira fakkeessanii ajaja Rabbii diiguun, bosona adda addaa deema nii waan Rabbiin jibbu meeqaatama achitti dalaguun, qarshiin hammana hin jedhamne achitti gubamee dhumuun, yaa Allaah isa kamin dubbadhee isa kam dhiisa! Yaa Ummata Islaamaa Rabbiin isinitti haa ta Khănu! Garuu silaa yaa ummata keenya yeroo gammachuu Rabbiin yaadannaan Rabbiinis guysyaa rakkoo keenyaa nu yaadata ture. Mee ummanni guysyaa har nama wal fuudhu badii heddu disatti wal qunname akkamumatti jireenyi isaa fuulduraa milkaa Miếngaa ta Khăna? Wallaahii jireenya haara galfiifi boqonnaa ta Hóauu hin danda ốpu. Kun tasumaa hin yaadamu. Kun mindaa wal madaaluu miti. Mindaan wal madaalu warra ajaja Rabbii irraa gara gale Rabbiin jireenya dhiphoo isa jiraachisuudha. Yoo irra keessi isaa gaarii fakkaatee mul Khănatellee keessi isaa yoomuu gaarii hin ta Khănu. "barressaa kitaabicha. keenyaaf Du'aii nuuf godha.