Moosaajin kun Kitaabban Afaan Oromootin Amantii islaamaa Nama bariisan fi hubachiisan hedduu kan của keessatti qabateedha. Namni fedhii dubbisuu qabu kamuu Tải về godhee itti faayyadamuu ni danda'a.
Kitaabota Moosajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
● Aqiidaa Tee Qabadhu
● Hồi giáo Azkaarii Hisnul
● Ba lô Salaata
● Barnoota Dubartii Muslimaatif
● Aqiidaa Ahlusunnah Wal Jamaa'aa
● Ergaa Tokko Qofa!
● Hundee Afran
● Zakaa fi Soomana
● Seera Hajjii fi Umraa
● Qeesichaa fi Sheekicha
● Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa
Kanneen malee Kitaabonni birootis keessatti ni argamu .. isiniis kitaabota Moosaajii kana disatti nuuf haa dabalamuu jettan Karaa teessoo keenyatiin nuun gahuu dandeessu.
Kitaaboota kana kan walitti qabee bifa kanaan qopheesse obboleessa keessan abdulwasi dha. Barreessitoonni kitaabaa hundi Galata qabu. Rabbiin Mindaa keessan isiniif haa deebisuu Jazakamullaahu Keyran