Salaanni utubaa islaamaati. Salaata sadarkaan isii haalaan guddoo taate tana namni hundi barachuun dirqama. kanuma sababeeffachuun Ứng dụng kana keessatti barnoota xahaaraafii salaataa bal'inaan dhiheessinee jirra. App'n kun Afaan kyya kan Oromootiin waan qophaaweef ummanni kyya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaayuu barattootafi namoota haaraa kara islaamummaa dhufan baay'ee faayyada.