Moosaajii kana keessatti Dubartoota Islaamaatif Gorsaa fi Barumsa ijoo ta'anitu dhihaate. isaan keessaa: Seenaa Dubartoota Beekamoo, Seera Xahaaraa (Dhiiga Dubartii), Seera Uffata Hijaabaa, Seera Bultii Ijaaruu (Haadha Manaa) Tahuu, Seera Hiikkaa (Xalaaqa) Fii Iddaah, Seera Gaddau Deimi, Seera Ajota, Warren Nabii Keenyaa.